Saterdag 09 Maart 2019

Finfinnee

#Finfinee#

Finfinneen lafa ykn dachee oromoon irratti dhalateef irratti du'uudha.

Hanga finfinneen jirtutti oromoon ni jiraata hanga oromoon jiruttis finfinneen ni jiraatti. Finfinneef oromoo addaan baasuun gonkuma hin danda'u.

Dachee oromoorra namni martuu yoo jiraachuuf mirga qabaatellee akka oromoon jedhetti malee akka ifiif jedhetti miti kun seera mana keenyaati.

Finfinneen kalee oromooti oromoon kalee isaa immoo akka fedhe gochuu ni danda'a . yoo fedhe ni ciisa ,yoo fedhe ni fiiga. Namni kaleen kee kooti isaan jedhu yoo jiraate inni maraatuudha. Akka addunyaattuu kaleen namaa waan awwamtu waan taateef kan finfinnees kanaan adda miti.

Finfinneen bakka du'aa fi dhaloota keenyaati

Geen opmerkings nie:

Plaas 'n opmerking

GMN/lOTOONNI PP WBO-TTI MKAMAN