Donderdag 19 September 2019

Mancaan jawaar durii amma kooti ! Maqaa amantiitiin safuu, aadaa, duudhaa, lafaaf lafee oromoo saamtan yoo taate jawwaar miti anumatu mancaa jawaariin morma sirraa kuta. Annii akkuma kee kiristaana keessayyuu akiraarii (mankaraarsaadha) Jechi mancaa jedhu kan jawwaar waggaa 12 dura akka naannoo keenyaatti gatii islaamummaa keenyaaf kan ol jedhee nu ilaalu hin jiru warra gondor yoo ta'e malee , kaan ol jedhee nu ilaalu yoo jiraate mancaan morma isaa irraa ganna jedhe har'allee siyaasa ama.taa nafxanyummaaf itti fayyadaamu. Kan nafxanyaan guddise yoomiyyuu nafxanyaadha akkuma jedhan abbaa gabre yesuusis kanumaan qoramaa jiru. Kanas ta'u sanas mukattuu amanuu ni daandeessa garuu kitaaba oromoo arrabsu maxxansitee ,duudhaa oromoo kan araqeef farsoo gootee nu acuucuu yoo feete anu walde maariyaamtu mancaan si nyaata.yesuus warra saamtota mana amantaa keessaa reebee isaan ari'e akkuma jedhe ,ilmaan cubbuu mana qulqullummaa waaqayyoo keessatti hojjatan maatii Eelii akkuma adabe atiif gareen kees mancaa kiristaanaatiin ni adabamtu. Mancaan jawwaar jedhe kan siyasaati kan ati ittiin muramtu immoo kan amantiitiini. Kan simurus kiristaanota dhugaan isaanii bade, kan mataan sirraa muramu immoo si 'i sababa maana qulqullummaa fi saba waaqayyoo saamteefi. Ortodoksiin amantii jaarraa 9ffaa keessa gara ardii kuush dhufte malee biyya miti. Amantoonni biraanis akkasuma . Amantummaa dhiiftee biyya taatee siyaasaa fi moofaa paartii siyaasaa yoo hafarsite billaan billaan iyaasuu fi uleen musee si reebanii si muru waaqayyo ardii oromoootaa qulqulleessuuf jihaadistii jawwaar otoo hin taane hawwaariyaa fi ergamtoota sitti kaase ciree si balleessa. Abbaan Gabre yesuus ( qees Goobanaa) Badhaasaa taatee kadhannaan hafuuraa siif hin godhamu jedhan kun soba qeesiin quufe hafuufuudha. Maqaa kee akka jijjiirtuuf tuqaan wangeelaa jiru hin jiru. Sirriidha paawuloos nama hamaa fi nama mana waaqayyoo gubu ture waaqayyoo isa sirreessuu waan barbadeef isa jijjiire . Paawuloos dur oggaa mana. Waaqatyoo gubu Saa'ol jedhama erga qalbii jijjiiratee ammoo paawuloos ta'e maqaa hammeenya waan ta'eef jijjiirame. Badhaasaan garuu maal goonaaan maqaan isaa jijjirama ? Maal goonaan maqaa kadhataa hin ta'u ? Bara museen saba geggeessu gammoojjii siinaa keessatti namootni nyaata shunkurtii gi buqqee nyaachuu bara gungumanii musee irratti gumgummii kaasisani . Warri garaa isaaniif jiraatan har'allee geggeesisoota irratti ka'aa jiru. Kan luba balaaayi mudates kanuma. Xumureeera seerri qubeen yoo cabe na ofkolchaa idiitaaf yeroo hin qabu Qeesii irraa kadahta malee sobni hin bareedu.

Geen opmerkings nie:

Plaas 'n opmerking

GMN/lOTOONNI PP WBO-TTI MKAMAN