Donderdag 30 Januarie 2020

mana barreedduu ilmi oromooo ijaarrate

dachee akka dallaatti tulluwwaniin marfamte gidduutti ilmi oromoo kan jalduutti dhalate dargaggoo qannoo jedhamu ijarrate kun qalbii namaa hawwatti . dhalli namaa wantota qalbii isaa qabbaneessu heedduu qaba , kaan dhugaatiin ,kaan immoo bashannanaan , kan itti tolemmoo qabeenya guddaa baasee konkolaataa ykn gamoo guddaa ijaarrata ykn bitata.

dargaggoo qannoon garuu garuu yeroo qaamni mootummaa mallattoo aasxaa oromummaa argisiisan harka nmaa irra guuree gatu ykn immoo wajjin nmaa ajjeesutti mana halluu fi alaabaa gatiin dhigaa itti kaffalame kanaan bareechee ijaarrachuun isaa warra sabboonummaa oromoo balleessuu fedhaniif ergaa guddaa qaba .

haaala kam keessattuu sabboonummaan hin dhabamu ergaa jedhu qaba !

''keesa buli '' jennaan

Woensdag 29 Januarie 2020

የታገቱት ለፖለትካ ነበር

የታገቱት ልፈቱ ነው

ማየት ማመን ነው የታገቱት በመንግስት ነው መገናኛ ይገኛሉ ብያለሁ። ጫወታው ለፖለትካ ነው ልጆቹ ድል ባለ ሆቴል ግራውንድ ጨጨብሳ እየበሉ ነው ምንም ችህር አልገጠማቸውም የፖለትካ መጠቀሚያ መሆናቸው ግን ያሳዝናል።

ሰውን አግቶ ሰልፍ የሚጠራ አውሬ መህምን አለበት ። በመንግስት ውስጥ ያለ ፀንፈኛ መዋቅር ከአብን ጋር በመተባበር ነበር ልጆቹን ያገቱት። እገታውም በኃይል ሳይሆን በመልካም በፍቃደኝነት ነበር። በተሰብን እንዲባለ በወረደ ነገር ማጨናነቅ ሼም ነው።

ለነገሩ የሴም ልጅ ሼም አያቅም
!

GMN/lOTOONNI PP WBO-TTI MKAMAN