Madaa Hamaa 😢 😢 =================Ajjeechaa Amanuel Wondimuu daa’immaan xixxiqqa argitan kanniin mana baasanii isaan afootti raawwatan.
Ummanni Dambii-Doolloos ta’ee ummanni Oromoo iddoo adda addaa jiru waan kana cal’isee bira darbuu hin qabu.
Kunoo ilaalaa caasaan bulchiinsaa fi Nageenya magaalichaa Hundi bifa kanaan dhaabbatee ilaalaa turee! - osuma Namni akkanatti ilaalu ajjeessan.

Geen opmerkings nie:
Plaas 'n opmerking