Dinsdag 12 Maart 2019
Isaat seeraan gaafatama.
Isaatiin seeraan gaaffanna jedhan itti gaafatamaan waajjira dhimmoota kominijeeshinii mn oromiyaa obbo admaaasuun.
Miidiyaan isaat holola sobaa uummataa fi mootummaa naannoo oromiyaa irratti dabarseen , uummati amaaraa godina qellem wallaggaa Jiran rakkachaa fi haleelamaa akka jiran himuun qaamni dhimmi isaa ilaallatu yoo qaqqabuu baate gatii lubbuu kaffaluu akka danda'an jechuun dubbatee ture.
Miidiyaan isaat miidiyaa oduu sobaa dabarsuun afrikaa irraa sadarkaa sadaffaa irra jiru jechuun bbc sagalee Namoota irraa funaane sababeeffachuun dubbachuun isaa ni yaadatama .
Waggota laman darban keessatti miudiyaan isaat yeroo garagaraatti lammiilee tigraayi fi Oromoo irratti haleellaan daguuggii al malls trio akka raawwatamuuf kan labsee ture Oggaa, viidiyoo sobaa raabsuun saboota Oromoof somaalee walitti buusuun isaa niyaadatama.
Miidiyaan isaat akka obbo adimaasuun bbcn jedhanitti dhimmichi kanaan booda gara seeraa akka deemuu fi seeraan qofa akka ilaalamu ni goona jedhaniiru.
Teken in op:
Plaas opmerkings (Atom)
-
Taphi taaktikaa fi teeknikaa tplf taphachaa jirtu amma eegamuu ol kan nama ajaa'ibudha. Kabaroon oromoon taayitaa waan qabateef rukuta...
-
የአብይ አህመድ ነጭ ውሸቶች ውርደት ቀዳማዊ ሃይለስላሴ ወደ እንግሊዝ ሃገር ሲሰደዱ እንደንጉስ አቀባበል ተደርጎላቸው ተስተናግደዋል የሚለው የጠ/ሚኒስትር አብይ አህመድ የዛሬው የሚዲያ ዲስኩር ትክክል እንዳልሆነ በጉዳዩ ...
Geen opmerkings nie:
Plaas 'n opmerking