1 Wallaga lixaa aanaa manasibuutti hidhattootti naannoo beenshaangul gumuuz gandoota baadiyyaa weeraruun miidhaa qaqabsiisaa jiraachuun dhaga'ameera.
Odeeffannoo bilbilaan arganne beenyaa gammadaa qindeeffateera2 Waraanni mootummaa Dargaggoo Amaanu'eel Wandimmuu jedhamu marfata magaalaa Dambi Doollootti baasuun ija hawaasa duratti rasaasa itti roobsuun ajjeesuun gabaafame , bifa walfakkaatuun Godina bunnoo bedelleetti namootni saddeet waraana mootummaatiin ajjeefamanii gatamuun dhaga'ameera. AKKA…..
3 Godina Harargee Bahaa magaalaa Watar keessatti mootummaan sababa filannoo biyyooleessa Itoophiyaa marsaa 6 ffaatiin hawaasa nagaa goolaa jiraachuun himame.
RAASTAA ________
4 Waldaan warra wangeelaa Afaan Oromoo biyya Ugaandaa magaalaa Kampalaa, Afooshaa Oromoo hordooftoota amantaa Islaamaa soomana irra jiraniif Afxirii dhiyyeessuun guyyaa har’aa soomana waliin furaani jiraachuu ergaan gamaasi nu qaqabe ni ifoomsa .
RAASTAA ____
Geen opmerkings nie:
Plaas 'n opmerking